DAARUL ULAMA

MAJLIISA DARULULAMAA♥️
▶️Seenaa majliisa Daarul Ulamaa Akkuma beekamu Majliisni maqaan isaa Daarul ulamaa jedhamu godina B/beddellee Aanaa Cawwaaqaa magaalaa Iluu Harar keessatti bara 2004 hundaa’uun isaa ni yaadatama.
Haa tahuutii gaafa sanirraa eegalee hanga ammaatti Sheekni keenya Sh.Jamaal Kaliifaa(Hafizahullaahu wara’aahu) rabbiin jazaa isaanii duniyaarratti jireenya gaariin Aakiraatti Jannatul Firdoosiidhaan haa kaffaluufii jechaa rakkinoowwan hedduu keessa darbuudhaan yeroo har’aa gara barattoota 5000 ol ta’an barsiisuudhaan gargaarsa rabbiitiin as gahanii jiru.
Alhamdulillaah galanni rabbii haa gahu.
Hanga ammatti

✅Barnoota gosa addaa addaa barsiisuu irratti argamu kanneen keessaa:_
▶️Usulussalaasaa
▶️Bulukha(Bulukha Normaalaa fi Jam’ii)
▶️Riyaada
▶️Tajriida
▶️sunaanotaa
▶️Nahwii( barnoota seerluga Afaan Arabaa)
▶️Aqiidaa qulqulluu fi fannii adda addaa barsisuu irratti argamu
➡️Osoo kun kanaan jiruu sababaa barattoonni humnaa ol baayyataniif iddoon itti baratan Wan itti dhiphateef hirmaannaa ummataatin masjida  bal’aa ta’e ijaaruu eegalan
Ummanni Hirmaannaa isaaniitiin odoo hojjachaaa jiranii eega wallakkaa gahanii booda gara midiyaa hawasaatti(social media) dhufee ture namoonni baayyeen biyya keessaa fi alaan gargaaraa turtan Rabbiin jazaa keessan isiniif haa khafalu isiniin jechaa, ammalee dhumuu hin  dandeenye waan ta’eef kanaf jecha namni rabbiin isaaf laffise akka hirmannaa keessan nuuf gootan isin gaafanna
Obboleeyyan kenya kan Biyya Kessaa Fi Alaa hundii kessan masjiida kana cinaa dhaabbadha masjidnii kun Guddaa fi baayyee bal’aadha Wan taheef
▶️Bal’inni 40×36
▶️Dheerinni isaa G+2 olidha(fooqii lammaffaa ol)kan tahedha.
Sababa kanaaf namni barruun tun isin bira geeyse Rabbiif jecha masjiida Rahmaan waliin haa ijaarru Isiniin Jenna.

   🟣ACCOUNT: 1000250629528
   🟣ACCOUNT NAME:DARUL ULUMA
Baankii Daldala Itiyoophiyaa

      🟤Account no: 1040400000037
      🟤Account Name:Darul ulama
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa

Allaahu akbar !!!
https://chat.whatsapp.com/HxOqxhprclL0Tssz2tLUdw

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started