Site Title
Home
17th Dec 2022
Uncategorized
https://youtu.be/Pa9BJjR9lf0
Tuqa.
Share this:
Click to share on X (Opens in new window)
X
Click to share on Facebook (Opens in new window)
Facebook
Like
Loading…
←
بســــــــــــــم الله الرحمن الرحيم الحمد لله رب العالميـــــــــــن والصلاة والسلام على نبينا محمد ﷺ وعلى آله وصحبه أجمعين وبعد السَّـــــــلاَمُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللـــــــــَّهِ وَبَرَكَاتـُــــــــــه ▶️Seenaa majliisa Daarul Ulamaa Akkuma beekamu Majliisni maqaan isaa Daarul ulamaa jedhamu Godina B/beddellee Aanaa Cawwaaqaa magaalaa Iluu Harar keessatti bara 2004 hundaa’uun isaa ni yaadatama. Haa tahuutii gaafa sanirraa eegalee hanga ammaatti Sheekni keenya Sh.Jamaal Kaliifaa rabbiin jazaa isaanii duniyaarratti jireenya gaariin Aakiraatti Jannatul Firdoosiidhaan haa kaffaluufii jechaa rakkinoowwan hedduu keessa darbuudhaan yeroo har’aa gara barattoota 3500 ol ta’an barsiisuudhaan gargaarsa Rabbiitiin as gahan. ✅Alhamdulillaah galanni rabbii haa gahuu Hanga ammatti Barnoota gosa addaa addaa barsiisuu irratti argama kaneen akka;[ ] Usulussalasa [ ] Bulukha [ ] Riyaada[ ] Tajriida[ ] Tafsiiraa Qur’aana[ ] sunaanotaa[ ] Aqiidaa adda addaa fi fannii adda addaa barsisuu irratti argama. ▶️Osoo kun kanan jiruu iddoon itti baratan Wan itti dhiphateef hirmaanna ummataatin masjida ijaruu egalan Hirmaanan ummataa hedduu hojjachaa turee egaa wallakkaa hojjatee booda gara midiyaa hawasaatti(social media) dhufnee kanaf jecha namni rabbiin isaaf laffisee akka hirmannaa gootaniif isiniin Jenna.Obboleeyyan kenya kan Biyya Kessaa Fi Alaa hundii kessan masjiida kana cinaa dhaabbadha masjidnii kun Gudda fi bayyee bal’dhaa Wan taheef ▶️Bal’dhanni 40×36 ▶️Dherinni isaa G+3 (fooqii sadii)kan tahedha. Sababa kanaaf namni barruun tun isin bira geyse Rabbiif jecha masjiida Rahmaan waliin haa ijaarru Isiniin Jenna. 🟣ACCOUNT: 1000250629528 🟣ACCOUNT NAME:DARUL ULUMABaankii Daldala Itiyoophiyaa 🟤Account no: 1040400000037 🟤Account Name:Darul ulamaBaankii Hojii Gamtaa OromiyaaAllaahu akbar !!!Allaahu akbar !!!
→
As wr wb jirra jirttuu baga nagaan guyyaa kana geessan isiniin jechaa ODUU Gammachiisaa Manni maree dhimmoota Islaama Ithiyoopiyaa erga akka haarawatti gurmaa’ee kaasee hojiiwwan hedduu ummata keenya madaalu raawwachaa turreerra.jalqabni kunniin akka galma gahaniif Kadhannaan ummata keenyaa gama keenyaa jiraatun isaa kunis nu cimsee jira. AlhamdulillahGuyyaa kaleessa waahillan koo Mana Maree Ol’aanaa keessa jiran waliin gara Saudi Arabiyaatti Imala jirra. Waamicha Mootummaan Sa’uudiitti ministerri Dhimma Islaamaa nuuf kenne irratti hundaa’uun guyyoota 5f achi turra.Turtii keenya keessatti marii hedduu godhuuf kan karoorfanne yoo tahu sannen keessa waa’ee lammiilee keenya manneen hidhaa Sa’udii Arabiyaa keessa jiran irratti mari’achuuf karoorri qabameera, Gama ijaarsaatiin pirojektoota gurguddoo hammanne keessaa Giddu-galli Islaamaa Nejashii kan naannoo Gamtaa Afrikaa finfinneetti ijaaramuf deemu fi waa’een mana barnoota Awwaliyyaas isa tokko. Dhimmoota kanneenii fi kan kana fakkaatan irratti marii fedhii amantaa, diinagdee fi hawaasummaa ummata keenyaa guutu ni gaggeessina jennee abdanna. Inshaa Allah©Sheikh Haji Ebrahim Tufa’s post👇👇👇👇👇👇👇👇https://t.me/DarulArqam_Madrasaa
Leave a comment
Cancel reply
Δ
Privacy & Cookies: This site uses cookies. By continuing to use this website, you agree to their use.
To find out more, including how to control cookies, see here:
Cookie Policy
Loading Comments...
Write a Comment...
Email (Required)
Name (Required)
Website
Comment
Reblog
Subscribe
Subscribed
Site Title
Sign me up
Already have a WordPress.com account?
Log in now.
Site Title
Subscribe
Subscribed
Sign up
Log in
Copy shortlink
Report this content
View post in Reader
Manage subscriptions
Collapse this bar
%d
Design a site like this with WordPress.com
Get started
Leave a comment