بســــــــــــــم الله الرحمن الرحيم                          الحمد لله رب العالميـــــــــــن والصلاة والسلام على نبينا محمد ﷺ وعلى آله وصحبه أجمعين     وبعد السَّـــــــلاَمُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللـــــــــَّهِ وَبَرَكَاتـُــــــــــه       ▶️Seenaa majliisa Daarul Ulamaa Akkuma beekamu Majliisni maqaan isaa Daarul ulamaa jedhamu Godina B/beddellee Aanaa Cawwaaqaa magaalaa Iluu Harar keessatti bara 2004 hundaa’uun isaa ni yaadatama.    Haa tahuutii gaafa sanirraa eegalee hanga ammaatti Sheekni keenya Sh.Jamaal Kaliifaa rabbiin jazaa isaanii duniyaarratti jireenya gaariin Aakiraatti Jannatul Firdoosiidhaan haa kaffaluufii jechaa rakkinoowwan hedduu keessa darbuudhaan yeroo har’aa gara barattoota 3500 ol ta’an barsiisuudhaan gargaarsa Rabbiitiin as gahan.      ✅Alhamdulillaah galanni rabbii haa gahuu Hanga ammatti Barnoota gosa addaa addaa barsiisuu irratti argama kaneen akka;[  ] Usulussalasa [  ] Bulukha [  ] Riyaada[  ] Tajriida[  ] Tafsiiraa Qur’aana[  ]  sunaanotaa[  ] Aqiidaa adda addaa fi fannii adda addaa barsisuu irratti argama.           ▶️Osoo kun kanan jiruu iddoon itti baratan Wan itti dhiphateef hirmaanna ummataatin masjida ijaruu egalan   Hirmaanan ummataa hedduu hojjachaa turee egaa wallakkaa hojjatee booda gara midiyaa hawasaatti(social media) dhufnee kanaf jecha namni rabbiin isaaf laffisee akka hirmannaa gootaniif isiniin Jenna.Obboleeyyan kenya kan Biyya Kessaa Fi Alaa hundii kessan masjiida kana cinaa dhaabbadha masjidnii kun Gudda fi bayyee bal’dhaa Wan taheef ▶️Bal’dhanni 40×36 ▶️Dherinni isaa G+3 (fooqii sadii)kan tahedha.  Sababa kanaaf namni barruun tun isin bira geyse Rabbiif jecha masjiida Rahmaan waliin haa ijaarru Isiniin Jenna.    🟣ACCOUNT: 1000250629528   🟣ACCOUNT NAME:DARUL ULUMABaankii Daldala Itiyoophiyaa       🟤Account no: 1040400000037       🟤Account Name:Darul ulamaBaankii Hojii Gamtaa OromiyaaAllaahu akbar !!!Allaahu akbar !!!

As wr wb jirra jirttuu akkam nagaadhaa kottaa ta’aa

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started