بســــــــــــــم الله الرحمن الرحيم
الحمد لله رب العالميـــــــــــن والصلاة والسلام على نبينا محمد ﷺ وعلى آله وصحبه أجمعين
وبعد .
السَّـــــــلاَمُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللـــــــــَّهِ وَبَرَكَاتـُــــــــــه.
*Deggarsa Majlisa Daruul Ulaamaa
DUULA WALIIN TAANEE MAJLISA DARUUL ULAAMAA HAA IJAARRANNUU. HAA XUMMURRUU.
Majliisaa iilmii Karaa Rabbi irratti wagga guutu baratotta diin islaama (daraasoota) barsiisuun omishaa jiruu Majlisa Daruul Ulaamaa waan Rabbiin nuu kenneen gargaarun bira haaa dhaabbannu. Rabbiin maallaqa karaa isaa irratti bahu ilaalchisee akkana nuun JEDHA. يَاأَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا أَنْفِقُوا مِنْ طَيِّبَاتِ مَا كَسَبْتُمْ وَمِمَّا أَخْرَجْنَا لَكُمْ مِنَ الْأَرْضِ وَلَا تَيَمَّمُوا الْخَبِيثَ مِنْهُ تُنْفِقُونَ وَلَسْتُمْ بِآخِذِيهِ إِلَّا أَنْ تُغْمِضُوا فِيهِ وَاعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ غَنِيٌّ حَمِيدٌ} [البقرة: 267] "Yaa warra amantan! gaggaarii waan carraaqqattaniifi waan Nuti dachii irraa isiniif baafne irraa kennadhaa. (Odoo isiniif kennamee) Isa keessatti ija dunuunfattanii malee kan hin fudhanne taatanii, isa irraa kennachuudhaan Waan fokkataa hin yaadinaa. Rabbiin dhugumatti dureessa, faarfamaa ta’uu beekaa." [Albaqaraa:267]
{مَثَلُ الَّذِينَ يُنْفِقُونَ أَمْوَالَهُمْ فِي سَبِيلِ اللَّهِ كَمَثَلِ حَبَّةٍ أَنْبَتَتْ سَبْعَ سَنَابِلَ فِي كُلِّ سُنْبُلَةٍ مِائَةُ حَبَّةٍ وَاللَّهُ يُضَاعِفُ لِمَنْ يَشَاءُ وَاللَّهُ وَاسِعٌ عَلِيمٌ (261) الَّذِينَ يُنْفِقُونَ أَمْوَالَهُمْ فِي سَبِيلِ اللَّهِ ثُمَّ لَا يُتْبِعُونَ مَا أَنْفَقُوا مَنًّا وَلَا أَذًى لَهُمْ أَجْرُهُمْ عِنْدَ رَبِّهِمْ وَلَا خَوْفٌ عَلَيْهِمْ وَلَا هُمْ يَحْزَنُونَ (262)} [البقرة: 261، 262]
“Fakkeenyi warra qabeenya isaanii karaa Rabbii keessatti arjoomanii, akka fakkeenya firii sootalloo (mataa) torba baasee sootalloo hunda keessa firiin dhibbi jiruuti. Rabbiin nama fedheef dachaa taasisa. Rabbiin (kenni isaa) bal’aa, beekaadha. Warri qabeenya isaanii karaa Rabbii keessatti kennatanii, ergasii waan arjooman dhaaddannaafi rakkisuu hin hordofsiisin, isaaniif mindaan Gooftaa isaanii bira jira. Sodaanis isaan irra hin jiru; isaan hin gaddanus.” [Albaqaraa:261-262]
Duula waliin taanee Majlisa Daruul Ulaamaa haa cimsannuu kana irratti:
1) Dura hundi kessanu akkumma itti hirmachaa turre dhaamsa,photo,vidiyoo kanaan duraa dhageyfadha hubadhaa.
2) Itti aansee waan Rabbiin Isini kenneen Majlisa Daruul Ulaamaaa kanaa bira haa dhaabbannu.
3) Namoota naanno kenya, hiriyoota kenya, miseensa garee nu kessaa jiru kamu fi maati kenyaa fi jama’a kenya bira dhaamsii kun akka gahu gochudhaan jarris ajiri guddoo kana irra akka qooda fudhatan kakaasudha.
4)Namoonni ofii illee ammatti waa gumaachu rakattan Rabbin Rakina kessaa isin haa baasuuti hanga dandessan maraan namoota kaan kakaasu, qindessu fi dhaamsaa kana fi kana booda kan gadhifaman mara irra deddeebitani post gochuun waliin nu gahaa.
5) Du’aa’iin fi Yaadaan akka nubira dhaabbatan isiin gaafanna.
6) Akkaawuntiin gargaarsa kessaan Majlisa Daruul Ulaamaa dhaaf itttin galchitaan :
(-i) Baanki Hoji Gamtaa Oromiyaa:1040400000037
(-ii) Baanki Daldalaa Itiyoopiyaa:1000250629528
Warra Biyya alaa irraa galchuuf ,Swift code: ORIRETAA
fayyadamu dandessuu.
*
Lakkofsa bilbilaa 00251921016199 telegrama yokin Whatsappi qofaaf 002519210199
SHER GODHA GALLATOOMA